ThisComponent Statement

Amalootni isaa akka dubbifamanii fi qindeeffamaniif qaama ka'aa to'ata. ThisComponent galmee Basic irraa fayyada,kan bakka bu'us galmee kan Basic ofkeessatti qabu dha. Akaakuun wanta ThisComponent dhaan gahamu akaakuu galmee irratti hundaa'a.

caasimaa:


ThisComponent

Fakkeenya:


Sub Main
REMn "Baafata" galmee barruu tokko keessaa haaromsa
Dim allindexes, index As Object
    allindexes = ThisComponent.getDocumentIndexes()
    index = allindexes.getByName("Table of Contents1")
    REM maqaa durtii gabatee baafataa fi 1 fayyadama
    index.update()
End Sub